Barbaaduu

Ayyaanni Mawliidaa kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Anwaaritti kabajamaa jira

Sep 04, 2025

Ayyaanni dhalootaa Nabii Mahaammad (Mawliid) kuma 1 fi 500ffaan Masjiida Anwaaritti kabajamaa jira.
Hordoftoonni amantichaa bariin bahanii Masjiida Aniwaar Guddicha dhaquun sirnoota amantaa garagaraan ayyaanicha kabajaa jiu.
Hoogantoonni olaanoon Majiliisaa, hordoftoonni amantichaa, ulamoonni fi keessummoonni waamaman ayyaana Masjiida Aniwaar Guddichatti kabajamaa jirurratti argamaniiru.