Barbaaduu

Gochaa jecha caalaa dubbatu!

Nov 25, 2026

  

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee (AI) isa jalqabaa Afrikaa, Inishiyeetivii koodaroota miiliyoona 5 fi sagantaa Diijitaal Itoophiyaa 2030 hojii irra oolchuun, mul’ata biyyaalessaa gara fakkeenya gaarii ardii Afrikaatti jijjiiraniiru.

Kunis Gamtaan Afrikaa dorgomaa olaanaa dhimma hubannoo namtolchee fi fayyaa Diijitaalaa akka ta’u taasiseera – Waajjira Ministira Muummee