Barbaaduu

Naannichatti hojiin Manguddoota deeggaruu fi kunuunsuuf hojjetamaa jiru cimee itti fufa - Biiroo Hojjetaa fi Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa

Oct 09, 2025

*********************************

 

Naannoo Oromiyaati hojiin Manguddoota deeggaruu fi kunuunsuu  hojjetamaa jiru cimee akka itti fufu Biiroon Hojjetaa fi Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.

 

Guyyaan Manguddootaa Idil-Addunyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mata duree “Nageenyaa fi Mirga Manguddoota eeguun itti gaafatamummaa keenya hunda galeessa ni baana”  jedhuun Bulchiinsa Magaalaa Maayaatti kabajameera.

 

Hogganaan Biiroo Hojjetaa fi Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa Araarsoo Biqilaa, Manguddooni Biyyaaf gatii guddaa kaafaflan abbaa oolmaa biyyaati jedhaniiru.

Beekumsaa fi Muuxannoo Manguddoonni kuufatan  dhaloota bakka bu’aniiif dabarsuun nagaa fi ijaarsa biyyaaf qoodasaanii akka bahaniif deeggaruu qabna jedhaniiru.

Yaada keessan as irratti barreessaa.

Oduu Walqabatee: