Barbaaduu

Naannoo Amaaraatti Sagantaan baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2018 eegalameera

Sep 15, 2025

Naannoo Amaaraatti Sagantaan baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2018 har'a eegalameera.

Manneen barnootaa mootummaa fi dhuunfaa naannicha keessatti argaman adda addaa hojii baruu fi barsiisuu idilee isaanii eegalaniiru.