Barbaaduu

Misooma Tuuriizimii

Sep 29, 2025

Itoophiyaan biyya hawwata tuuriistii hedduu qabdu taatus, qabeenya damee kanaan garuu waggootaaf sirnaan otoo itti hin fayyadamiin turteetti.
Waggoottan dhihoodhaa as garuu xiyyeeffannoo addaa damichaaf kennameen, pirojeektonni sagantaa Maaddii Dhalootaaf, Maaddii Biyyaaf fi Maaddii Shaggar jedhuun hojjiwwan hedduun hojjetameera.
Itoophiyaa keessatti gahee dameen Tuuriizimii dinagdee keessatti qabu guddisuuf bakkeewwan gahumsa tuuriistii mijatoo ta’an ijaaramaa jiru.