Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) guyyaa har’a godina Halaabaa fi kambaataatti gandoota baadiyyaa moodeela ta’an sagantaa tola ooltummaan ijaaraman dabarasanii kennuu isaanii beeksisan.
Gandoonni kun jireenya qonnaan bultootaa fi Horsiisee bultootaa fooyyeessuuf tattaaffii godhamaa jiruuf jalqabbii abdii namatti horuudha jedhan.