Gareen seeraan alaa ABBUT/TPLF magaalaa Maqalee keessatti dhaabbilee garaa garaa irratti saamichaa badii raawwateera.
Gareen seeraan alaa kun yeroo baqatu gocha badaa raawwate kanaan uummataaf dhimma kan hin qabne ta'uu agarsiiseera.
Gocha badaa garichi Waajjira Bulchiinsa Naannoo Tigraay irratti raawwatame suura irraa ilaalaa.