Barbaaduu

Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - Somaalii, Jigjigaa

Oct 01, 2025

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo, Ministirri Muummee Itti anaa obbo Tamasgan Xurunaa fi Pirezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah akkasumas qondaaltonni mootummaa ol’aanoo biroo daawwa nnaa hojiiwwan misoomaatiif naannoo Somaalii, magaalaa Jigjigaa dhaqaqn.