Barbaaduu

Ajajni Kibbaa kutaan waraanaa 21ffaa Guunaa Ayyaana Hundeeffamasaa waggaa 30ffaa kabajaa jira

Oct 07, 2025

Raayyaa Ittisa biyyaatti Ajajni Kibbaa kutaan waraanaa 21ffaa Guunaa Ayyaana Hundeeffamasaa waggaa 30ffaa qondaaltonni waraanaa fi mootummaa olaanoon bakka argaminitti magaalaa Baatuutti kabajamaa jira.
Ayyaana Naannoo Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kabajamurratti Itti Aanaan Itaamaajor Shuumii Waraanaa FDRI Jeneraal Ababaaw Taaddasaa fi Qondaaltonni Olaanoo biroon argamaniiru.
Dabalataanis Qondaaltonni Olaanoon Federaalaa fi Naannoo Oromiyaa, Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee fi hawasni naannichaa argamuu TOI gabaaseera.