Barbaaduu

Moorookoon 16 fi 0n Niiw Kaaleedooniyaa injifatte

Nov 09, 2025

Moorookoon 16 fi 0n Niiw Kaaleedooniyaa injifatte

******************************

Waancaa Addunyaa umurii 17 gadiittin Moorookoon Niiw Kaaleedooniyaa 16 fi 0n injifatte.

 

Niiw Kaaleedooniyaa, Firaans keessatti kutaa biyyattii gar-tokkeedhaan of bulchaa jirtuu fi uummata kuma 200f kuma 80tti dhihaatu qabdudha.

 Qaataar Waancaan Addunyaa umurii 17 gadii kana keessummeessaa jirti.

Tapha kana irratti tapahattoonni jaha tokkoon tokkoon isaanii goolii lama lama kan galchan yoo ta’u, gama Niiw Kaaleedooniyaan ammoo taphattoonni lama kaardii Diimaadhaan dirree keessaa ari'amaniiru.