Maadriid bara dorgommii kana yeroo jalqabaatiif qixa bahe
**************************

Riyaal Maadriid tapha Laaligaa Ispeen torbee 12ffaa irratti Raayoo Vaayikaanoo waliin 0 wal qixa baheera.
Bara dorgommii kana yeroo jalqabaatiif qabxii kan qooddate Maadriid, carraa dursummaa isaa cimsee itti fufuu danda’u otoo itti hinfayyadamiin hafeera.