Piriimiyer Liigii keessaa taphattoonni 29 miindaa Bukaayoo Saakaa caalaa argatu
***************************
Bukaayoo Saakaa torbaniin Paawondii kuma 100 fi kuma 50 argata.
Arsenaal keessaa Kaayi Haavert warra miindaa gddaa argatan keessaayi.

Piriimiyer Liigii keessaa miindaa 1ffaa kan argatu Erliingi Haalaand yoo ta’u, totbanitti Paawundii kuma 500 kuma fi 25 argata.

Mohammad Saalaa 2ffaa yoo ta’u torbanitti Paawundii kuma 400 argata.

Kana nama dhibu Raahem Isteerliing Paawundii kuma 300 fi kuma 25 argachuudhaan sadarkaa 5ffaa irra jira.

Kaazemiiroon Paawundii kuma 300 fi kuma 50, argachuun sadarkaa 4ffaa qabateera.

Omaar Maarmush erga gara Maanchister Siitii dhaqee torbeedhaan Paawundii kuma 200 kuma 95 argata.
Odeeffannoon kan BBCti