Barbaaduu

Obbo Kaffaaloo Tafarraa Pirezidaantii Itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa ta’uun muudama

Sep 28, 2026

 

Yaa'ii isaa duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii 7ffaa Caffee Oromiyaa taa’amaa jiru irratti, obbo Kaffaaloo Tafarraa Pirezidaantii Itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Caffeetti Bakka Bu'aa Mootummaa ta'uun akka tajaajilan sagalee guutuun filaman.