Barbaaduu

Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa taa'aa jiruun muudama hoggantoota miseensa mana mariif dhihaatan raggaaseera.

Sep 28, 2026

Haaluma kanaan;
1. Tolaa Bariisoo hogganaa waajjira Perizdaantii (PhD)
2. Obbo Guyyoo Waariyoo hogganaa Biiroo Abbaa Alangaa
Oromiyaa
3. Abdulaliiz Daawud (Phd) hogganaa Biiroo Maallaqaa Oromiyaa
4. Obbo Tasfaayee Tulluu hogganaa Biiroo Galii Oromiyaa
5. Abdii Yuuyyaa hogganaa Biiroo Komishinii Misoomaa fi Karooraa
6. Bultoosaa Guyyoo (PhD) Hogganaa Biiroo Barnootaa
7. Pirofeesar Natsannat Warqinaa hoggantuu Biiroo Fayyaa
8. Obbo Tashoomee Boggaalee hogganaa Biiroo Qonnaa
9. Namarraa Gabayyoo (PhD) hogganaa Biiroo Misooma Albuudaa
fi Inarjii Oromiyaa
10. Obbo Taarraqanyi Bulultaa hogganaa Biiroo Intarpizii fi
Indaastirii Oromiyaa
11. Adaree Asaffaa (PhD) hogganaa Biiroo Daldalaa fi Invastimant
Oromiyaa
12. Aadde Masarat Asaffaa hoggantuu Biiroo Lafaa
13. Adde Sa'aadaa Abdurhamaan hoggantuu Biiroo Dhimma
Dubartii fi Daa'immanii
14. Obbo Xilahuun Warquu hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa
15. Ayyaantuu Guuttataa (PhD) hoggantuu Biiroo Kaqalaa fi
Teeknooloojii
16. Aadde Eldaanaa Solumanadam hooggantuu Biiroo Tuurizimii
17. Obbo Tijjaanii Naasir hogganaa Biiroo Nagaa Oromiyaa
18. Roozaa Biyyaa hoggantuu Biiroo Aadaa fi Ispoortii Oromiyaa
19. Injinar Girmaa Raggaasaa hogganaa Biiroo Jallisiif Horsisee
Bulaa Oromiyaa
20. Injinar Habiib Qumbii hogganaa Biiroo Daandii fi Loojistiksii
Oromiyaa
21. Injinar Maariyaa Guutamaa hoggantuu Biiroo Bishaanii
Oromiyaa