Barbaaduu

Hojiiwwan misoomaa bu’a qabeessa ta’an bayyanachuu Itoophiyaa dhugoomsan damee Qonnaatiin raawwatamaa jiru - Ministira Qonnaa Addisuu Araggaa

Oct 11, 2025

******************************

Hojiiwwan misoomaa bu’a qabeessa ta’an bayyanachuu Itoophiyaa dhugoomsan damee Qonnaatiin raawwatamaa jiraachuu Ministirri Qonnaa Addisuu Araggaa beeksisan.

 

Ministira Qonnaa Addisuu Araggaa dabalatee hoggantoonni ol’aanoo damee Qonnaa oyiruu Boqqoolloo naannoo Giddugala Itoophiyaa aanaal addaa Qabeenaatti kilaastaraan misoome daawwataniiru.

 

Hojiileen Itoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf eegalte bu’aa agarsiisaa jiraachuu obbo Addisuu Araggaa himaniiru.

 

Bara omishaa kana aanaa addaa Qabeenaatti lafti heektaara kuma 12 fi 500 Boqqoolloodhaan misoomeera.

Yaada keessan as irratti barreessaa.

Oduu Walqabatee: