Barbaaduu

Naannoo Somaalee hiriirri deeggarsaa bahame

Oct 12, 2025

Naannoo Somaaliitti hiriirri deeggarsaa bahame

*************************

 

Naannoo Somaaliitti hiriirri deeggarsaa bahame.

 

Naannoo Somaaliitti pirojeektota biyyaalessaa gurguddoo dhiheenya kana xumuramanii Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)n eebbifamanii fi kanneen haaraa eegalaman ilaalchisee bakkeewwan garaa garaatti hiriirri deeggarsaa bahameera.