Barbaaduu

Obbo Geetaachoo Raddaa irra deebiidhaan Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee ta’anii muudaman

Oct 10, 2026

 

 

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) obbo Geetaachoo Raddaatiin har’a Fulbaana 30, 2019 irraa eegalee irra deebidhaan Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee gochuun muudaniiru.