Barbaaduu

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) hoggantoota mootummaatiif muudama kennaniiru.

Oct 13, 2026

 

Haaluma Kanaan:

1. Obbo Birhaanu Zawdee – De’eetaa Ministira Magaalaa fi

Misooma Bu'uuraa


2. Taamiraat Bayyanaa (PhD) – De’eetaa Ministira Galiiwwanii


3. Obbo Birhaanu Fayyisaa – Gargaaraa Itti Waamamaa

Mootummaa


4. Aadde Qonjit Dabalaa – Gargartuu Itti Waamamtuu

Mootummaa

 

5. Mahammad Andiriis (PhD) – Qindeessaa Ijaarsa Sina

Dimokiraasiitti Sadarkaa De’eetaa Ministiraatiin Gargaaraa

Qindeessaa


6. Dubree Fadiilaa Abbaabiyyaa – Qindeessaa Ijaarsa Sina

Dimokiraasiitti Sadarkaa De’eetaa Ministiraatiin Qindeessituu

Gargaartuu Miidiyaa Dijitaalaa


7. Obbo Tasfaayee Yigzaaw – Qindeessaa Ijaarsa Sina


Dimokiraasiitti Sadarkaa De’eetaa Ministiraatiin Qindeessaa

Gargaraa Ijaarsaa Sirna Dimokiraasii

#Mootummaa Ida'amuu