Barbaaduu

“Hoggantoonni Ijipti fageessanii kan ilaalan otoo ta’anii, carraaqqii Itoophiyaan gara Galaana Diimaatti deebi’uuf taasiftu ni deeggaru turan” - Maagdii Kaaliil

Oct 16, 2026

Xiinxalaan siyaasaa beekamaan Ijipti Maagdii Kaaliil, bal’ina lafaa fi baay’ina uummataa ishee yoo ilaalle, Itoophiyaan Galaana Diimaa dhaqqabuu fi itti fayyadamuuf mirga birmadummaa qabaachuu ibsan.

Biyyoonni naannoo Galaana Diimaa jiran fedhii waloo irratti hundaa'uun marii gochuudhaan dorgommii sirrii hin taane kana balleessuu akka qabanis eeraniiru.

Ijipti bara 1960'oota keessa sochii walabummaa Ertiraaf deeggarsa gochuun ishee dogoggora seenaa walitti dhufeenya obbolummaa Itoophiyaa fi Ijipti gidduu jiraachuu qabu miidhedha jedhan.

Hoggantoonni Ijipti ogeeyyii fi fageessanii kan ilaalan otoo ta’anii, carraaqqii Itoophiyaan Galaana Diimaa deebiftee argachuuf gootu mormuurra ni deeggaru turan jedhan xiinxaltichi.

Seenaa keessatti yeroo Itoophiyaan Hulaa Galaanaa qabdutti, biyyoota ollaa isheetiif balaa ta’ee akka hin beekne xiinxalaan kun dubbachuu isaanii, odeeffannoon Tajaajilli Oduu Itoophiyaa (TOI) ni mul’isa