Barbaaduu

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa, Hasan Sheek Mahamuud waliin mari'atan

Nov 11, 2026

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa’ii COP 31 cinaatti Pirezidaantii Somaaliyaa, Hasan Sheek Mahamuud waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.