Barbaaduu

“Yaadota addaatiif”

Sep 29, 2025

Kitaaba Motuummaa Ida’amuu Fuula 204

 

“Yaadota addaatiif bakki kennamu dhiphaa ta’uun gadi fageessanii fi bal’isanii yaaduu, kalaquu fi sirna fooyyessuuf  daran miidhee jira.  

 

Maraammartoon  rakkinaa kun barootaaf itti fufee turuun, Itoophiyaan, jaarraa 18ffaa rakkoo keessoo ishiitiin  osoo xaxamtee jirtuu warraaqsi industrii warra Awurooppaa finiine.”

                              Injinar Biijaay Naakiriin

Yaada keessan as irratti barreessaa.

Oduu Walqabatee: