Barbaaduu

“Alaabaan keenya seenaa waloo keenya; birmadummaa keenyaa fi garaa garummaa keenya keessatti dandeettii waliin dhaabbachuu keenya kan nu yaadachiisu mallattoo tokkummaa biyyaaleessaa keenyaati.” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Oct 12, 2026