Barbaaduu

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantiin Seeraaliyoon waliin mari’atan

Nov 23, 2026

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Konfiraansiin Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5ffaan (CPHIA 2026) cinaati Pireezidaantiin Seeraaliyoon Juuliyas Maadaa Biyoon waliin, hariiroo gam-lamee biyyoota lamaan cimsuu fi dhimmoota faayidaa waloo irratti walta’iinsa jiru guddisuuf danda’amu irratti mari’anneerra jedhan