Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Konfiraansiin Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5ffaan (CPHIA 2026) cinaatti Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Eemireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Shaakhbuut Biin Naahyaan Al Naahyaan waliin mari’ataniiru.
Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Eemireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan
Nov 23, 2026