Barbaaduu

Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Burundii fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Iivaarist Nidiiyaashiimiyyee waliin mari’atan

Nov 23, 2026

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Konfiraansiin Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5ffaan (CPHIA 2026) cinaatti Pirezidaantii Burundii fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Iivaarist Nidiiyaashiimiyye waliin dhimmoota waloo dursa barbaadan, tumsa waloo babal’isuu fi ajandaalee naannawaa fi Ardii gara hojii qabatamaatti jijjiiruurratt mari’ataniiru.