Ajjeechaa suukaneessaa Godina Kibba Baha Oromiyaa Arsiitti lammiilee nageerratti raawwatame ilaalchisee mootummaan qaamolee yakka raawwatan seeratti dhiyeessuratti maaltu hojjetamaa jira?
Shiraa fi gochaa badii diinootni seenaa Itoophiyaa yeroo garaagaraatti raawwataa jiran qolachuuf mootummaan maal hojjetaa jira?
Keessattuu garee seeraan alaa ABUT fi ergamtoota biyya keessaa fayyadamuun Itoophiyaa dadhabsiisuuf shiraa fi yaalii taasifamaa jiruuf mootummaan qophummaa akkamii qaba?
Raayyaa Ittisa Biyyaa caalmaatti ammayyessuu fi hundagaleessa taasiisuuf karoorri mootummaa maali?
Hidhannoo ammayyaa guutachuu, humna namaa ga’umsa olaanaa qabu horachuu fi teeknooloojii si’anaa hidhachuuf hojiilee hojjetamaa jiran ilaalchisee ibsi osoo kennamee?