Barbaaduu

Yaa’iin Idilee 4ffaan Bara Hojii 1ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Eegale

Nov 26, 2026

 

 

 Yaa’iin idilee Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) argamanitti eegaleera.