Barbaaduu

Gaaffiilee gurguddoo Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaafatan

Nov 26, 2026

 

 Imala badhaadhinaa Itoophiyaan jalqabde milkeessuuf maaltu hojjetamaa jira?

 Qarooma Ida’amuu bara 2050tti karoorfame milkeessuuf eenyurraa maaltu eegama?

 Mootummaan Ertiraa qaamolee nageenya Itoophiyaa diiguuf hojjetan hidhachiisuun nagaa biyyaa booressuuf hojjetaa jiraachuunsaa akkamiin ilaalama?

 Sirna taaksii ammayyeessuun hojimaata badaa to’achuuf hojiin jalqabame alseerummaa akka maqsuuf tarkaanfiin haaraa fudhatamaa jiru maali?

 Fooyya’iinsi DdinagdeeGooroo godhame jijjiiramni qabatamaan mul’isaa jiru maali? Qaala’iinsa gatii to’achuuf hojiin hojjetamaa jiru hoo maali?

 Lakkoofsi Ummataafi Manaa guddina biyyaafi ramaddii bajataaf murteessaa waan ta’eef akka idilaa’uuf maaltu yaadame?

 Rakkoo nageenyaa darbee darbee mudatu furuuf maaltu akeekame?