Barbaaduu

Paarlaamaan Yaa’ii idileesaa bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) argamanitti boru taa'a

Nov 25, 2026

 

Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Yaa'ii Idilee 4ffaa bara hojii 1ffaa bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) argamanitti boru gaggeessa.

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) gaaffii fi yaada miseensota mana marichaarraa ka’aniif ibsa kan kennan ta’a.

Yaa’ichi ejjennoo mootummaa dhaggeeffachuun mooshinii deeggarsaa ni raggaasisaa jedhame eegama.