Eebbifamuu Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddicha sababeeffachuun naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa fi Magaalaa Amboo, magaalaaa Mattuu, Boorana Bahaa fi Baale Bahaatti mariin paanaalii gaggeeffameera.
Marii paanaalii kana irratti injifannoo Hidha Haaroomsaatiin argame dameewwan birootiinis dabaluun barbaachisaa akka ta’e eerameera.