Search

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Rippabilika Angoolaa fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa Joo’aa Looreensoo waliin mari’atan

እሑድ ጳጉሜን 02, 2017 10

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa’ii Afriikaa-Kaariibiyaan lammaffaa cinaatti, Pirezidaantii Rippabilika Angoolaa fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa ammaa Joo’aa Looreensoo waliin wal arguun dhimmoota fedhii waloo biyyoota lamaanii fi naannoo irratti mari’achuu isaanii ibsan.
Ministirri Muummichaa ergaa toora marsaa hawaasaa isaaniitiin dabarsaaniin, misooma ardiileef kutannoon qabnu ammallee cimee itti fufa jedhaniiru.

አስተያየትዎን እዚህ ያስፍሩ

ተያያዥ ዜናዎች: