Search

Maanchistar Yuunaayiitiid 2 – 2 Evertan

እሑድ ጳጉሜን 01, 2018 174
Taph torbee 3ffaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandiin Maanchistar Yuunaayiitiidii fi Evertan 2 fi 2n wal qixa xumuran.
Tapha Hiildiinkisanitti taphatame kanaan Biiriyaan Mbeemoo fi taphataan jijjiiramaa seene Beenjaamiin Sheeshkoo Yuunaayiitiidiif goolii galchaniiru.
Taayiriiq Joorjii fi taphataan duraanii Arsenaal Miitlaandi Neelsi ammoo Evertaniif goolii galchaniiru.

አስተያየትዎን እዚህ ያስፍሩ: