Itoophiyaan dorgommii gufachiisaa meetira kuma 3tiin Meedaaliyaa ala tataae.
Atileet Saamu'eel Fireew har'a dorgommii xumuraa gufachiisaa meetira kum 3tiin 4ffaa baheera.
Abbaan riikkoordii addunyaa Lammeecha Girmaa 6ffaa, Geetinnat Waalee ammoo 14ffaa bahuun xumuraniiru.
Atileetiin Niiwuziilaand Joorji Biimish 1ffaa, kanMoorookoo Soofiyaane El-Bakaaliin ammoo 2ffaa bahuun xumuran.
Atileetiin Keeniyaa Edmand Seereem ammoo 3ffaa baheera.