Search

Itoophiyaan omisha ishee jalqabaa gara gabaa Naannoo Daldala Walaba Afrikaatti erguu eegalte

ሓሙስ መስከረም 29, 2018 2296

*************************

 

Itoophiyaan waliigaltee naannoo daldala bilisaa ardii Afrikaa xumuramuu ishee hordofee har’a omisha ishee jalqabaa gara biyyoota adda addaatti erguu eegalte.

 

Sagantaa jalqabsiisuu kana irratti sadarkaa ministira muummee itti aanaatti, hogganaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pirezidaantii Itti aanaa Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah dabalatee qondaaltonni mootummaa biroon argamaniiru.

አስተያየትዎን እዚህ ያስፍሩ: